application
Appearance
Ingiliffaa
[gulaali]Cibra
[gulaali]maqaa yookaan cibra
- iyyata, hojii irra oolchuu, hojmaatessuu ===Cibra===
maqaa yookaan cibra
- (Qorannoo) * hujummaa, tajaajila ykn bu'aa argannoon qorannoo hawaasaaf kennu dha. Yeroo baay'ee qorannoon saayinsiin beekumsa (hubannoo) haaraa uumuu irratti xiyyeeffata. Qorannoon teekinooloojii garuu hujummaa ykn beekumsa haaraa karaa saayinsii uumame sana hojiitti hiikuu irratti xiyyeeffata ===Gochima===
Gochima Afaan Ingiliffaa
- (Barnoota) * hojiirra oolchuu, hojiirra oolchuun beekumsa qabanitti gargaaramuun gara qabatamaatti jijjiiranii rakkoo hiikuu dha