Jump to content

close

Wiktionary irraa

Ingiliffaa

[gulaali]

Gochima

[gulaali]

Gochima Afaan Ingiliffaa

  1. Cufuu
  2. garaagarummaa waan tokko gidduu jiru walitti dhiheessuu yookiin dhiphisuu ===Maqibsa===

Ibsa maqaa Afaan Ingiliffaa

  1. bira, naannoo
  2. baay'ee wal fakkaataa
  3. of eeggannaa
  4. baay'ee gabaabaa
  5. Sirriitti kan eegame 6] odeeffannoo kennuu diduu
  6. doqna, sassataa, Sassattuu ===Cibra===

maqaa yookaan cibra

  1. gamoolee yookiin jaarmaalee fi lafa manneen sagadaatti marsanii jiran kanneen qabeenyaa mana sagadaa ta'an ===Cibra===

maqaa yookaan cibra

  1. (Kompiyuutara) * cufi, qajeelfama kompiyuutaraa, kan sagantaan adda addaa akka cufamu taasisu dha.

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'