Jump to content

debug

Wiktionary irraa

Ingiliffaa

[gulaali]

Gochima

[gulaali]

Gochima Afaan Ingiliffaa

  1. nyaattuu mana keessaa qulleessuu/balleessuu (waan akka tafki, geergoo fi kkt)
  2. dogoggora sagantaa komputaraa fi kkf keessatti uumame sirreessuu ===Cibra===

maqaa yookaan cibra

  1. (Kompiyuutara) * yaalii, yaali dogoggoraa sirna kompiyuutaraa ykn saganta(program) keessa jiru dhabamsiisuuf taasifamu dha. Fkn: dogoggora sirna caasaa afaan kompiyuutaraa(programming language) keessatti argamu sakatta'uun dhabamsiisuuf carraaquu.

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'