Jump to content

document

Wiktionary irraa

Ingiliffaa

[gulaali]

Cibra

[gulaali]

maqaa yookaan cibra

  1. sanadii, ragaa, harshima ===Cibra===

maqaa yookaan cibra

  1. (Kompiyuutara) * galmee, yaada barreffame, qindeeffame akkasumas namootaaf dhiyaatee akka ragaattis tajaajiluuf haqa kan of keessa qabu dha.Kompiyuutara keessatti galmeen kan kuufamu kuusaa kompiyuutaraa irratti; akkasumas haalli bakka bu'iinsa isaas lakqurxawaa dha.
  2. (Seenaa) * harshamee, ragaa sagalee ykn suuraa ykn galmee barreeffamaa ykn warabii teeppii fi kkf waa'ee gochaalee darboo ibsan. Fkn: xalayaa mootummaa ykn sanada mootummaa, walii galtee adda addaa fi kkf ta'uu ni mala

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'