Jump to content

bell

Wiktionary irraa

Ingiliffaa

[gulaali]

Cibra

[gulaali]

maqaa yookaan cibra

  1. korree, bilbila, qaacila ===Cibra===

maqaa yookaan cibra

  1. (Ispoortii) * bilbila, dorgommii ispoortii adda addaa keessatti fkn dorgommii kubbaa kachoo keessatti yeroo taphaaf kenname kan xummuramte taate sibiila walitti rukkutuun ykn meeshaan sibiila irraa hojjetame fayyadamuun sagaleen ittiin beeksisiisaan bilbila jedhama

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'